Select Language

Bakkeen/Iddoon konkolaataan itti argamuu fi kaffaltiin isaa, kan ammaa, lakkoofsa eeyyamaa/gabaatee bakee armaan gadii keessatti galchuun argamaa:

Kaffaltiiwwan konkoolata too'anna jala holchuufi kuussudhaa barbachissan
Kaffaltiin too'anna jala hoolchuf barbaachisu $110.50 yoo ta'u, kuusuudhaafi isaan walqabatte wan jiruuf immo sa'aatii 12f (kudha lamaaf) qarshii $13.00 dhaa. Gatiin kun fe'isaafi arkiisu inddabalatu.

Odeeffannoo konkolaataa gadhiisuuf barbaachisu

Konkolaataan kan gadhiifamuu danda'u abbaa qabeenyaa galmaa'ee jiruun yookin firii isaa maqaa maatii (abba) tokko ta'e qabaniini. Kaffaltiiwwan kaffaluutti dabalatee konkolaataa kee gadhiisuuf ulaagaalen armaan gadii siibarbaachissu.
Mirkaneessa abbaa qabeenyaa ta’uu

Mirkaneessa abbaa qabeenyaa ta’uu

Yeroo Ammaa

Galmeessa yeroo ammaa, mata duree/maqaa, yookin waliigaltee liizii

Eeyyama lakkoofsa

Eeyyama lakkoofsa gabatee yookin lakkoofsa eenyummaa konkolaataa

Fudhatama

Fakkii eenyummaa fudhatama qabu, kanneen akka eeyyama konkolaachisaa yookin waraqaa eenyummaa

Konkolaataa bakka itti dhaabbatee jiruu oofanii baasuuf konkolaachisaa eeyyama qabuutuu barbaachisa. Yoo kana taùu baate, konkolaaticha iddoo itti dhaabbatee ture irraa kaffaltiidhan harkifamee akka siif baù gochuuf haala mijeeffachuu dandeessa.

Yoo konkolaatichi harkifamee kan baù taè, kaffaltiiwwan ittiin fudhachuuf kaffaltu irratti dabalataan, ragaaleen konkolaataan yeroodhaaf ittiin dhaabbate barbaachisoo dha. Isaan kuni adda kan taànii fi kan kaffalamanis magaalaa Seattle dhaafi.

Abbaa konkolaatta malee nama biraaf akkaa gadhisiisu eyyaamuu

Yoo abbaa qabeenyaa galmaaèe jiru irraa barreeffama kanneen armaan gadii ofkeessaa qabu dhiyeeffatan, namni abbaa qabeenyaa taèe hin galmoofne tokko konkolaataa fudhachuu ni dandaà taà, yookin konkolaataa keessaa qabeenya fudhachuu dandaà taà:

  • Maqaa abbaa qabeenyaa aangoo qabu
  • Footoo kooppii waraqaa eenyummaa yookin eeyyama konkolaachisaa abbaa qabeenyaa galmaaèe.
  • Eeyyama lakkoofsa gabatee yookin lakkoofsa eenyummaa konkolaataa
  • Moodeelii fi bara konkolaataan itti omishame
Waliigaltee gara iddoo waa itti qabamee Aurora lakk. 206-363-6290 irratti faaksii godhi.

Haalota kaffaltii fudhatama qaban

Maallaqaan (Cash)
Kaardii duubee (Debit Card)
Viizaa (Visa)
Maastar kaardii (Master Card)
Ameerikaan Eksipiresii (American Express)
Diskavarii (Discover)

Konkolaattota kireeffaman
Konkolaataa kireeffame gadhiisiisuuf, waliigaltee kireeffannaa fi kaardii eenyummaa yookin eeyyama konkolaachisaa waliigaltee irra jiru dhiyeessuun barbaarchisaadha.

Konkolaattota seeraan qabamanii

Yoo konkolaataan yakka irratti hirmaatee jiraate yookin qorannoo biraatif kan barbaadamu taèe argame, qorannoon isaa dirqama dippaartimentii poolisii Seattle dhaan qulqullaaùu qaba.

Bakkeewwan konkolaatton to'anna jala holan itti argaman:

3919 Pasadena Place NE Seattle, WA 98103
12220 Aurora Ave N Seattle, WA 98133
10140 W Marginal Place Tukwila, WA 98104

Get in touch